Millat al-Islam

Chapter 1 · 7 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah Al-Fatihah in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah Al-Fatihah (1787 reciters)

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ١Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ رَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ٢Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ٣Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa مَٰلِكِ يَوۡمِ ٱلدِّينِ ٤Abbaa (mootii) guyyaa murtii إِيَّاكَ نَعۡبُدُ وَإِيَّاكَ نَسۡتَعِينُ ٥Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas ٱهۡدِنَا ٱلصِّرَٰطَ ٱلۡمُسۡتَقِيمَ ٦Daandii sirrii nu qajeelchi صِرَٰطَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمۡتَ عَلَيۡهِمۡ غَيۡرِ ٱلۡمَغۡضُوبِ عَلَيۡهِمۡ وَلَا ٱلضَّآلِّينَ ٧Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.