Arabic with tafsir
Listen to Surah Al-Nas (1315 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ ١Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha مَلِكِ ٱلنَّاسِ ٢Mootii namaatti إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ ٣Gabbaramaa namaatti مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ ٤Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ ٥Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ ٦Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.