Millat al-Islam

Chapter 94 · 8 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah Al-Inshirah in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah Al-Inshirah (1282 reciters)
Meccanسورة الشرح8 verses

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

أَلَمۡ نَشۡرَحۡ لَكَ صَدۡرَكَ ١Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee وَوَضَعۡنَا عَنكَ وِزۡرَكَ ٢Ba’aa (badii) kee sirraa buufne ٱلَّذِيٓ أَنقَضَ ظَهۡرَكَ ٣Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne) وَرَفَعۡنَا لَكَ ذِكۡرَكَ ٤Maqaa keetis siif ol kaafne فَإِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرًا ٥Rakkinaa wajjin laafinatu jira إِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرًا ٦Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira فَإِذَا فَرَغۡتَ فَٱنصَبۡ ٧Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu وَإِلَىٰ رَبِّكَ فَٱرۡغَب ٨Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.