السورة بالعربية مع التفسير
استمع إلى سورة الفلق (1,313 قارئاً)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ ١Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha مِن شَرِّ مَا خَلَقَ ٢Hamtuu waan Inni uumee irraa وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ ٣Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas وَمِن شَرِّ ٱلنَّفَّٰثَٰتِ فِي ٱلۡعُقَدِ ٤Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ ٥Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.