ملة الإسلام

السورة 104 · 9 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة الهمزة باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة الهمزة (1,287 قارئاً)
مكيةسورة الهمزة٩ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَيۡلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ ١Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e ٱلَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُۥ ٢Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e يَحۡسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخۡلَدَهُۥ ٣Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu كـَلَّاۖ لَيُنۢبَذَنَّ فِي ٱلۡحُطَمَةِ ٤Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحُطَمَةُ ٥Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise نَارُ ٱللَّهِ ٱلۡمُوقَدَةُ ٦(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha ٱلَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى ٱلۡأَفۡـِٔدَةِ ٧Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha إِنَّهَا عَلَيۡهِم مُّؤۡصَدَةٌ ٨Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةِۭ ٩Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama)

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.