ملة الإسلام

السورة 70 · 44 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة المعارج باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة المعارج (1,289 قارئاً)
مكيةسورة المعارج٤٤ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

سَأَلَ سَآئِلُۢ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ ١Adaba (kaafiroota irratti) argamaa ta'e kadhataan wahii kadhate لِّلۡكَٰفِرِينَ لَيۡسَ لَهُۥ دَافِعٌ ٢Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru مِّنَ ٱللَّهِ ذِي ٱلۡمَعَارِجِ ٣Rabbii Abbaa kortoowwanii ta'e irraa (argama) تَعۡرُجُ ٱلۡمَلَٰٓئِكَةُ وَٱلرُّوحُ إِلَيۡهِ فِي يَوۡمٍ كَانَ مِقۡدَارُهُۥ خَمۡسِينَ أَلۡفَ سَنَةٍ ٤Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama ta'e keessatti gara Isaa ol koru فَٱصۡبِرۡ صَبۡرًا جَمِيلًا ٥Obsa gaarii obsi إِنَّهُمۡ يَرَوۡنَهُۥ بَعِيدًا ٦Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu وَنَرَىٰهُ قَرِيبًا ٧Nuti immoo dhihootti isa argina يَوۡمَ تَكُونُ ٱلسَّمَآءُ كَٱلۡمُهۡلِ ٨Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٩(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu وَلَا يَسۡـَٔلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا ١٠(Guyyaa) firri fira hin gaafanne يُبَصَّرُونَهُمۡۚ يَوَدُّ ٱلۡمُجۡرِمُ لَوۡ يَفۡتَدِي مِنۡ عَذَابِ يَوۡمِئِذِۭ بِبَنِيهِ ١١Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa ba'ee jaalata وَصَٰحِبَتِهِۦ وَأَخِيهِ ١٢Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata) وَفَصِيلَتِهِ ٱلَّتِي تُـٔۡوِيهِ ١٣Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis وَمَن فِي ٱلۡأَرۡضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ ١٤Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata) كـَلَّآۖ إِنَّهَا لَظَىٰ ١٥Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati نَزَّاعَةً لِّلشَّوَىٰ ١٦Buqqiftuu gogaa sammuuti تَدۡعُواْ مَنۡ أَدۡبَرَ وَتَوَلَّىٰ ١٧Nama (amantii irraa) duubatti deebi'ee, gara gale ni waamti وَجَمَعَ فَأَوۡعَىٰٓ ١٨(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti) ۞ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ خُلِقَ هَلُوعًا ١٩Dhugumatti, namni obsa dhabeessa ta'ee uumame إِذَا مَسَّهُ ٱلشَّرُّ جَزُوعًا ٢٠Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba) وَإِذَا مَسَّهُ ٱلۡخَيۡرُ مَنُوعًا ٢١Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha إِلَّا ٱلۡمُصَلِّينَ ٢٢Warra sagadan malee ٱلَّذِينَ هُمۡ عَلَىٰ صَلَاتِهِمۡ دَآئِمُونَ ٢٣Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee) وَٱلَّذِينَ فِيٓ أَمۡوَٰلِهِمۡ حَقٌّ مَّعۡلُومٌ ٢٤Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru لِّلسَّآئِلِ وَٱلۡمَحۡرُومِ ٢٥Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef وَٱلَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوۡمِ ٱلدِّينِ ٢٦Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan وَٱلَّذِينَ هُم مِّنۡ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشۡفِقُونَ ٢٧Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha) إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمۡ غَيۡرُ مَأۡمُونٍ ٢٨Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti وَٱلَّذِينَ هُمۡ لِفُرُوجِهِمۡ حَٰفِظُونَ ٢٩Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan إِلَّا عَلَىٰٓ أَزۡوَٰجِهِمۡ أَوۡ مَا مَلَكَتۡ أَيۡمَٰنُهُمۡ فَإِنَّهُمۡ غَيۡرُ مَلُومِينَ ٣٠Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti فَمَنِ ٱبۡتَغَىٰ وَرَآءَ ذَٰلِكَ فَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡعَادُونَ ٣١Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha وَٱلَّذِينَ هُمۡ لِأَمَٰنَٰتِهِمۡ وَعَهۡدِهِمۡ رَٰعُونَ ٣٢Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan وَٱلَّذِينَ هُم بِشَهَٰدَٰتِهِمۡ قَآئِمُونَ ٣٣Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan وَٱلَّذِينَ هُمۡ عَلَىٰ صَلَاتِهِمۡ يُحَافِظُونَ ٣٤Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan أُوْلَٰٓئِكَ فِي جَنَّٰتٍ مُّكۡرَمُونَ ٣٥Warri sun jannata keessatti kabajamoodha فَمَالِ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ قِبَلَكَ مُهۡطِعِينَ ٣٦Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu عَنِ ٱلۡيَمِينِ وَعَنِ ٱلشِّمَالِ عِزِينَ ٣٧Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii أَيَطۡمَعُ كُلُّ ٱمۡرِيٍٕ مِّنۡهُمۡ أَن يُدۡخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ ٣٨Sila namni isaan irraa ta'e hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa كـَلَّآۖ إِنَّا خَلَقۡنَٰهُم مِّمَّا يَعۡلَمُونَ ٣٩Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne فَلَآ أُقۡسِمُ بِرَبِّ ٱلۡمَشَٰرِقِ وَٱلۡمَغَٰرِبِ إِنَّا لَقَٰدِرُونَ ٤٠Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha عَلَىٰٓ أَن نُّبَدِّلَ خَيۡرًا مِّنۡهُمۡ وَمَا نَحۡنُ بِمَسۡبُوقِينَ ٤١Namoota isaan irra caalan bakka buusuu irratti (danda'oo dha)Nuti dadhabsiifamoo hin taane فَذَرۡهُمۡ يَخُوضُواْ وَيَلۡعَبُواْ حَتَّىٰ يُلَٰقُواْ يَوۡمَهُمُ ٱلَّذِي يُوعَدُونَ ٤٢Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi يَوۡمَ يَخۡرُجُونَ مِنَ ٱلۡأَجۡدَاثِ سِرَاعًا كَأَنَّهُمۡ إِلَىٰ نُصُبٍ يُوفِضُونَ ٤٣Guyyaa qabrii irraa arifataa ba'an isaan waan gara taabotaa dhangala'an fakkaatu خَٰشِعَةً أَبۡصَٰرُهُمۡ تَرۡهَقُهُمۡ ذِلَّةٌۚ ذَٰلِكَ ٱلۡيَوۡمُ ٱلَّذِي كَانُواْ يُوعَدُونَ ٤٤Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.