السورة بالعربية مع التفسير
استمع إلى سورة الماعون (839 قارئاً)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يُكَذِّبُ بِٱلدِّينِ ١Isa qormaata sobsiisu argitee فَذَٰلِكَ ٱلَّذِي يَدُعُّ ٱلۡيَتِيمَ ٢Sun isa yatiima humnaan deebisu وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ ٣Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne فَوَيۡلٌ لِّلۡمُصَلِّينَ ٤Warra salaataniif badiin mirkanaa’e ٱلَّذِينَ هُمۡ عَن صَلَاتِهِمۡ سَاهُونَ ٥Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan ٱلَّذِينَ هُمۡ يُرَآءُونَ ٦Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif وَيَمۡنَعُونَ ٱلۡمَاعُونَ ٧Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)
الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.