ملة الإسلام

السورة 68 · 52 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة القلم باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة القلم (1,276 قارئاً)
مكيةسورة القلم٥٢ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

نٓۚ وَٱلۡقَلَمِ وَمَا يَسۡطُرُونَ ١NuunQalamaafi waan (malaykonni) barreessaniinin kakadha مَآ أَنتَ بِنِعۡمَةِ رَبِّكَ بِمَجۡنُونٍ ٢Ati ni'imaa Gooftaa keetiitiin maraataa hin taane وَإِنَّ لَكَ لَأَجۡرًا غَيۡرَ مَمۡنُونٍ ٣Dhugumatti, siif mindaa hin cinnetu jira وَإِنَّكَ لَعَلَىٰ خُلُقٍ عَظِيمٍ ٤Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta فَسَتُبۡصِرُ وَيُبۡصِرُونَ ٥Fuulduratti arguuf jirta; isaanis arguuf jiru بِأَييِّكُمُ ٱلۡمَفۡتُونُ ٦Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu) إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعۡلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِۦ وَهُوَ أَعۡلَمُ بِٱلۡمُهۡتَدِينَ ٧Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka فَلَا تُطِعِ ٱلۡمُكَذِّبِينَ ٨Kijibsiiftotaaf hin ajajamin وَدُّواْ لَوۡ تُدۡهِنُ فَيُدۡهِنُونَ ٩Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu وَلَا تُطِعۡ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ ١٠Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin هَمَّازٍ مَّشَّآءِۭ بِنَمِيمٍ ١١Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan ta'eef (hin ajajamin) مَّنَّاعٍ لِّلۡخَيۡرِ مُعۡتَدٍ أَثِيمٍ ١٢Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis عُتُلِّۭ بَعۡدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ ١٣Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan ta'een (hin ajajamin) أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ ١٤Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii ta'eef (boonee kafare) إِذَا تُتۡلَىٰ عَلَيۡهِ ءَايَٰتُنَا قَالَ أَسَٰطِيرُ ٱلۡأَوَّلِينَ ١٥Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe سَنَسِمُهُۥ عَلَى ٱلۡخُرۡطُومِ ١٦Funyaan irratti isa mallatteessina إِنَّا بَلَوۡنَٰهُمۡ كَمَا بَلَوۡنَآ أَصۡحَٰبَ ٱلۡجَنَّةِ إِذۡ أَقۡسَمُواْ لَيَصۡرِمُنَّهَا مُصۡبِحِينَ ١٧Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra وَلَا يَسۡتَثۡنُونَ ١٨Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan) فَطَافَ عَلَيۡهَا طَآئِفٌ مِّن رَّبِّكَ وَهُمۡ نَآئِمُونَ ١٩Odoo isaan rafanuu, naanna'aan (adabbiin) Rabbii kee biraa ta'e ishee irra naanna'e فَأَصۡبَحَتۡ كَٱلصَّرِيمِ ٢٠Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte فَتَنَادَوۡاْ مُصۡبِحِينَ ٢١Bariidhaan walitti lallaban أَنِ ٱغۡدُواْ عَلَىٰ حَرۡثِكُمۡ إِن كُنتُمۡ صَٰرِمِينَ ٢٢Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan) فَٱنطَلَقُواْ وَهُمۡ يَتَخَٰفَتُونَ ٢٣Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman أَن لَّا يَدۡخُلَنَّهَا ٱلۡيَوۡمَ عَلَيۡكُم مِّسۡكِينٌ ٢٤Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan) وَغَدَوۡاْ عَلَىٰ حَرۡدٍ قَٰدِرِينَ ٢٥(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti danda'oo ta'anii bariisifatan فَلَمَّا رَأَوۡهَا قَالُوٓاْ إِنَّا لَضَآلُّونَ ٢٦Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha بَلۡ نَحۡنُ مَحۡرُومُونَ ٢٧Inumaayyuu nuti hoongeffamoodha قَالَ أَوۡسَطُهُمۡ أَلَمۡ أَقُل لَّكُمۡ لَوۡلَا تُسَبِّحُونَ ٢٨Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe قَالُواْ سُبۡحَٰنَ رَبِّنَآ إِنَّا كُنَّا ظَٰلِمِينَ ٢٩Gooftaan keenya qulqullaa'e; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan فَأَقۡبَلَ بَعۡضُهُمۡ عَلَىٰ بَعۡضٍ يَتَلَٰوَمُونَ ٣٠Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale قَالُواْ يَٰوَيۡلَنَآ إِنَّا كُنَّا طَٰغِينَ ٣١Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota عَسَىٰ رَبُّنَآ أَن يُبۡدِلَنَا خَيۡرًا مِّنۡهَآ إِنَّآ إِلَىٰ رَبِّنَا رَٰغِبُونَ ٣٢Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan) كَذَٰلِكَ ٱلۡعَذَابُۖ وَلَعَذَابُ ٱلۡأٓخِرَةِ أَكۡبَرُۚ لَوۡ كَانُواْ يَعۡلَمُونَ ٣٣Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan) إِنَّ لِلۡمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمۡ جَنَّٰتِ ٱلنَّعِيمِ ٣٤Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira أَفَنَجۡعَلُ ٱلۡمُسۡلِمِينَ كَٱلۡمُجۡرِمِينَ ٣٥Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa مَا لَكُمۡ كَيۡفَ تَحۡكُمُونَ ٣٦Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu أَمۡ لَكُمۡ كِتَٰبٌ فِيهِ تَدۡرُسُونَ ٣٧Dhugumatti, kitaaba (samii bu'e) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa إِنَّ لَكُمۡ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ ٣٨Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu) أَمۡ لَكُمۡ أَيۡمَٰنٌ عَلَيۡنَا بَٰلِغَةٌ إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ إِنَّ لَكُمۡ لَمَا تَحۡكُمُونَ ٣٩Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka ga'aa ta'etu isiniif jira moo سَلۡهُمۡ أَيُّهُم بِذَٰلِكَ زَعِيمٌ ٤٠Eenyuu isaaniitu sanaaf wabiidhaa isaan gaafadhu أَمۡ لَهُمۡ شُرَكَآءُ فَلۡيَأۡتُواْ بِشُرَكَآئِهِمۡ إِن كَانُواْ صَٰدِقِينَ ٤١Sila shariikota (kan murtee isaanii dhugoomsu) qabu moo? Yoo kan dhugaa dubbatan ta'aniif shariikota isaaniitiin haa dhufanu يَوۡمَ يُكۡشَفُ عَن سَاقٍ وَيُدۡعَوۡنَ إِلَى ٱلسُّجُودِ فَلَا يَسۡتَطِيعُونَ ٤٢Guyyaa mogolee irraa saaqamee (munaafiqoonni) gara sujuudaa waamamanii hin dandeenye san [yaadadhu] خَٰشِعَةً أَبۡصَٰرُهُمۡ تَرۡهَقُهُمۡ ذِلَّةٌۖ وَقَدۡ كَانُواْ يُدۡعَوۡنَ إِلَى ٱلسُّجُودِ وَهُمۡ سَٰلِمُونَ ٤٣Ijji isaanii sodaattuu taatee xiqqeenyis isaan haguugaDhugumatti, isaan odoo fayyaa qabanuu (addunyaa irratti) sujuudatti waamamaa turan فَذَرۡنِي وَمَن يُكَذِّبُ بِهَٰذَا ٱلۡحَدِيثِۖ سَنَسۡتَدۡرِجُهُم مِّنۡ حَيۡثُ لَا يَعۡلَمُونَ ٤٤Anaafi nama haasa'a (Qur'aana) kana sobsiisu walitti nu dhiisi; Nuti suutaan karaa isaan hin beekne irraa isaan qabna وَأُمۡلِي لَهُمۡۚ إِنَّ كَيۡدِي مَتِينٌ ٤٥Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha أَمۡ تَسۡـَٔلُهُمۡ أَجۡرًا فَهُم مِّن مَّغۡرَمٍ مُّثۡقَلُونَ ٤٦Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali) أَمۡ عِندَهُمُ ٱلۡغَيۡبُ فَهُمۡ يَكۡتُبُونَ ٤٧Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo فَٱصۡبِرۡ لِحُكۡمِ رَبِّكَ وَلَا تَكُن كَصَاحِبِ ٱلۡحُوتِ إِذۡ نَادَىٰ وَهُوَ مَكۡظُومٌ ٤٨Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin ta'in لَّوۡلَآ أَن تَدَٰرَكَهُۥ نِعۡمَةٌ مِّن رَّبِّهِۦ لَنُبِذَ بِٱلۡعَرَآءِ وَهُوَ مَذۡمُومٌ ٤٩Odoo ni'imaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa ta'eeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture فَٱجۡتَبَٰهُ رَبُّهُۥ فَجَعَلَهُۥ مِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ ٥٠Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe وَإِن يَكَادُ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ لَيُزۡلِقُونَكَ بِأَبۡصَٰرِهِمۡ لَمَّا سَمِعُواْ ٱلذِّكۡرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُۥ لَمَجۡنُونٌ ٥١Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhaga'an ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu وَمَا هُوَ إِلَّا ذِكۡرٌ لِّلۡعَٰلَمِينَ ٥٢Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.