ملة الإسلام

السورة 101 · 11 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة القارعة باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة القارعة (1,304 قارئاً)
مكيةسورة القارعة١١ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

ٱلۡقَارِعَةُ ١Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan) مَا ٱلۡقَارِعَةُ ٢Qalbii rukuttuun maali وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ ٣Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ ٤Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ ٥(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ ٦Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ ٧Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ ٨Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٌ ٩Haati isaa “Haawiyaa[]”dha وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ ١٠Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise نَارٌ حَامِيَةُۢ ١١(Isheen) ibidda gubduudha

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.