Millat al-Islam

Chapter 100 · 11 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah Al-Adiyat in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah Al-Adiyat (1269 reciters)

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلۡعَٰدِيَٰتِ ضَبۡحًا ١(Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha) فَٱلۡمُورِيَٰتِ قَدۡحًا ٢(Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin فَٱلۡمُغِيرَٰتِ صُبۡحًا ٣(Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti فَأَثَرۡنَ بِهِۦ نَقۡعًا ٤Isaan dhukkee ol kaasanitti فَوَسَطۡنَ بِهِۦ جَمۡعًا ٥Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha] إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لِرَبِّهِۦ لَكَنُودٌ ٦Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha وَإِنَّهُۥ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ ٧Inni kana irratti ragaadha وَإِنَّهُۥ لِحُبِّ ٱلۡخَيۡرِ لَشَدِيدٌ ٨Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha ۞ أَفَلَا يَعۡلَمُ إِذَا بُعۡثِرَ مَا فِي ٱلۡقُبُورِ ٩Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu وَحُصِّلَ مَا فِي ٱلصُّدُورِ ١٠Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu) إِنَّ رَبَّهُم بِهِمۡ يَوۡمَئِذٍ لَّخَبِيرُۢ ١١Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.