Millat al-Islam

Chapter 99 · 8 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah Az-Zalzala in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah Az-Zalzala (1306 reciters)

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

إِذَا زُلۡزِلَتِ ٱلۡأَرۡضُ زِلۡزَالَهَا ١Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote وَأَخۡرَجَتِ ٱلۡأَرۡضُ أَثۡقَالَهَا ٢Akkasumas, (yeroo) dachiin ba'aa ishee baafte وَقَالَ ٱلۡإِنسَٰنُ مَا لَهَا ٣Namni "sila isheen maal taate?" jedhe يَوۡمَئِذٍ تُحَدِّثُ أَخۡبَارَهَا ٤Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti بِأَنَّ رَبَّكَ أَوۡحَىٰ لَهَا ٥[Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef يَوۡمَئِذٍ يَصۡدُرُ ٱلنَّاسُ أَشۡتَاتًا لِّيُرَوۡاْ أَعۡمَٰلَهُمۡ ٦Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u فَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٍ خَيۡرًا يَرَهُۥ ٧Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga وَمَن يَعۡمَلۡ مِثۡقَالَ ذَرَّةٍ شَرًّا يَرَهُۥ ٨Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.