بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
سَبِّحِ ٱسۡمَ رَبِّكَ ٱلۡأَعۡلَى ١Maqaa Gooftaa kee olaanaa ta'ee qulqulleessi ٱلَّذِي خَلَقَ فَسَوَّىٰ ٢Isa (waan hunda) uumee guute وَٱلَّذِي قَدَّرَ فَهَدَىٰ ٣Isa murteessee qajeelche وَٱلَّذِيٓ أَخۡرَجَ ٱلۡمَرۡعَىٰ ٤Isa marga baase فَجَعَلَهُۥ غُثَآءً أَحۡوَىٰ ٥Goggogaa gurraacha isa taasise سَنُقۡرِئُكَ فَلَا تَنسَىٰٓ ٦Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu إِلَّا مَا شَآءَ ٱللَّهُۚ إِنَّهُۥ يَعۡلَمُ ٱلۡجَهۡرَ وَمَا يَخۡفَىٰ ٧Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka وَنُيَسِّرُكَ لِلۡيُسۡرَىٰ ٨Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna فَذَكِّرۡ إِن نَّفَعَتِ ٱلذِّكۡرَىٰ ٩Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi سَيَذَّكَّرُ مَن يَخۡشَىٰ ١٠Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira وَيَتَجَنَّبُهَا ٱلۡأَشۡقَى ١١Hoonga'aan ishee irraa fagaata ٱلَّذِي يَصۡلَى ٱلنَّارَ ٱلۡكُبۡرَىٰ ١٢Inni ibidda guddoo seenu ثُمَّ لَا يَمُوتُ فِيهَا وَلَا يَحۡيَىٰ ١٣Ergasii ishee keessatti hin du'u; hin jiraatus قَدۡ أَفۡلَحَ مَن تَزَكَّىٰ ١٤Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e وَذَكَرَ ٱسۡمَ رَبِّهِۦ فَصَلَّىٰ ١٥Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate بَلۡ تُؤۡثِرُونَ ٱلۡحَيَوٰةَ ٱلدُّنۡيَا ١٦Inumaa isin jiruu addunyaa filattu وَٱلۡأٓخِرَةُ خَيۡرٌ وَأَبۡقَىٰٓ ١٧Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu] إِنَّ هَٰذَا لَفِي ٱلصُّحُفِ ٱلۡأُولَىٰ ١٨Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira صُحُفِ إِبۡرَٰهِيمَ وَمُوسَىٰ ١٩Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]