بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
وَٱلسَّمَآءِ وَٱلطَّارِقِ ١Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha) وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلطَّارِقُ ٢(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise ٱلنَّجۡمُ ٱلثَّاقِبُ ٣(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha إِن كُلُّ نَفۡسٍ لَّمَّا عَلَيۡهَا حَافِظٌ ٤Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu فَلۡيَنظُرِ ٱلۡإِنسَٰنُ مِمَّ خُلِقَ ٥Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu خُلِقَ مِن مَّآءٍ دَافِقٍ ٦Bishaan utaalaa irraa uumame يَخۡرُجُ مِنۢ بَيۡنِ ٱلصُّلۡبِ وَٱلتَّرَآئِبِ ٧Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u إِنَّهُۥ عَلَىٰ رَجۡعِهِۦ لَقَادِرٌ ٨Inni isa deebisuu irratti danda’aadha يَوۡمَ تُبۡلَى ٱلسَّرَآئِرُ ٩Guyyaa iccitiiwwan ifa ba'an فَمَا لَهُۥ مِن قُوَّةٍ وَلَا نَاصِرٍ ١٠(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلرَّجۡعِ ١١Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha) وَٱلۡأَرۡضِ ذَاتِ ٱلصَّدۡعِ ١٢Dachii dhodhootuunin (kakadha) إِنَّهُۥ لَقَوۡلٌ فَصۡلٌ ١٣Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha وَمَا هُوَ بِٱلۡهَزۡلِ ١٤Inni qoosaa hin taane إِنَّهُمۡ يَكِيدُونَ كَيۡدًا ١٥Dhugumatti, isaan tooftaa baasu وَأَكِيدُ كَيۡدًا ١٦Anis tooftaan baasa فَمَهِّلِ ٱلۡكَٰفِرِينَ أَمۡهِلۡهُمۡ رُوَيۡدَۢا ١٧Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif