Arabic with tafsir
Listen to Surah Al-Asr (1268 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
وَٱلۡعَصۡرِ ١Yeroonin kakadha إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَفِي خُسۡرٍ ٢Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلۡحَقِّ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلصَّبۡرِ ٣Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.