Arabic with tafsir
Listen to Surah At-Takathur (1265 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
أَلۡهَىٰكُمُ ٱلتَّكَاثُرُ ١Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale) حَتَّىٰ زُرۡتُمُ ٱلۡمَقَابِرَ ٢Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti) كـَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ ٣Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu ثُمَّ كـَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ ٤Ergasiis dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu كـَلَّا لَوۡ تَعۡلَمُونَ عِلۡمَ ٱلۡيَقِينِ ٥Dhugumatti, odoo beekumsa mirkanaa’aa beektanii (hin shaagalamtanu ture) لَتَرَوُنَّ ٱلۡجَحِيمَ ٦Dhugumatti ibidda ni argitu ثُمَّ لَتَرَوُنَّهَا عَيۡنَ ٱلۡيَقِينِ ٧Ergasii argaa mirkanaa’aa arguuf jirtu ثُمَّ لَتُسۡـَٔلُنَّ يَوۡمَئِذٍ عَنِ ٱلنَّعِيمِ ٨Ergasii dhugumatti guyyaa san qananii irraa gaafatamuuf jirtu
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.