Arabic with tafsir
Listen to Surah Al-Fil (851 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصۡحَٰبِ ٱلۡفِيلِ ١Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee أَلَمۡ يَجۡعَلۡ كَيۡدَهُمۡ فِي تَضۡلِيلٍ ٢Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera) وَأَرۡسَلَ عَلَيۡهِمۡ طَيۡرًا أَبَابِيلَ ٣Simbira garee gareedhaan isaanitti erge تَرۡمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ ٤Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti فَجَعَلَهُمۡ كَعَصۡفٍ مَّأۡكُولِۭ ٥Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.