Arabic with tafsir
Listen to Surah Quraysh (836 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
لِإِيلَٰفِ قُرَيۡشٍ ١Qurayshota barsiisuuf إِۦلَٰفِهِمۡ رِحۡلَةَ ٱلشِّتَآءِ وَٱلصَّيۡفِ ٢Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse) فَلۡيَعۡبُدُواْ رَبَّ هَٰذَا ٱلۡبَيۡتِ ٣Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu ٱلَّذِيٓ أَطۡعَمَهُم مِّن جُوعٍ وَءَامَنَهُم مِّنۡ خَوۡفِۭ ٤Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.