Arabic with tafsir
Listen to Surah Al-Kawthar (810 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
إِنَّآ أَعۡطَيۡنَٰكَ ٱلۡكَوۡثَرَ ١Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra فَصَلِّ لِرَبِّكَ وَٱنۡحَرۡ ٢Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali إِنَّ شَانِئَكَ هُوَ ٱلۡأَبۡتَرُ ٣Dhugumatti, kan si jibbu isuma kan qaccee cite (kheyrii hunda irraa cite)
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.