Arabic with tafsir
Listen to Surah Al-Kafirun (773 reciters)
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلۡ يَٰٓأَيُّهَا ٱلۡكَٰفِرُونَ ١Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan لَآ أَعۡبُدُ مَا تَعۡبُدُونَ ٢Ani waan isin gabbartan hin gabbaru وَلَآ أَنتُمۡ عَٰبِدُونَ مَآ أَعۡبُدُ ٣Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane وَلَآ أَنَا۠ عَابِدٌ مَّا عَبَدتُّمۡ ٤Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti وَلَآ أَنتُمۡ عَٰبِدُونَ مَآ أَعۡبُدُ ٥Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti لَكُمۡ دِينُكُمۡ وَلِيَ دِينِ ٦Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.