Millat al-Islam

Chapter 111 · 5 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah Al-Masadd in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah Al-Masadd (1253 reciters)
Meccanسورة المسد5 verses

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

تَبَّتۡ يَدَآ أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ ١Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade مَآ أَغۡنَىٰ عَنۡهُ مَالُهُۥ وَمَا كَسَبَ ٢Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne سَيَصۡلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ ٣Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira وَٱمۡرَأَتُهُۥ حَمَّالَةَ ٱلۡحَطَبِ ٤Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti) فِي جِيدِهَا حَبۡلٌ مِّن مَّسَدِۭ ٥Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.