Millat al-Islam

Chapter 110 · 3 verses · Ghali Apapur Apaghuna

Surah An-Nasr in Oromo

Arabic with tafsir Listen to Surah An-Nasr (1288 reciters)
Medinanسورة النصر3 verses

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

إِذَا جَآءَ نَصۡرُ ٱللَّهِ وَٱلۡفَتۡحُ ١Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe وَرَأَيۡتَ ٱلنَّاسَ يَدۡخُلُونَ فِي دِينِ ٱللَّهِ أَفۡوَاجًا ٢Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite فَسَبِّحۡ بِحَمۡدِ رَبِّكَ وَٱسۡتَغۡفِرۡهُۚ إِنَّهُۥ كَانَ تَوَّابَۢا ٣Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha

Translation: Ghali Apapur Apaghuna.