ملة الإسلام

السورة 80 · 42 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة عبس باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة عبس (1,320 قارئاً)
مكيةسورة عبس٤٢ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

عَبَسَ وَتَوَلَّىٰٓ ١Fuula guuree gara gale أَن جَآءَهُ ٱلۡأَعۡمَىٰ ٢Sababa jaamaan isatti dhufeef وَمَا يُدۡرِيكَ لَعَلَّهُۥ يَزَّكَّىٰٓ ٣Maaltu si beeksise? Qulqullaa’uun isaa ni kajeelama أَوۡ يَذَّكَّرُ فَتَنفَعَهُ ٱلذِّكۡرَىٰٓ ٤Yookiin gorfameeti gorsi isa fayyaddi أَمَّا مَنِ ٱسۡتَغۡنَىٰ ٥Nama duroome immoo فَأَنتَ لَهُۥ تَصَدَّىٰ ٦Ati [akka amananuuf jecha] gara isaa gara galta وَمَا عَلَيۡكَ أَلَّا يَزَّكَّىٰ ٧Haala qulqullaa'uu dhiisuun isaa homaa sirra hin jirreen وَأَمَّا مَن جَآءَكَ يَسۡعَىٰ ٨Nama fiigaa sitti dhufe immoo وَهُوَ يَخۡشَىٰ ٩Kan Rabbiin sodaatu ta’ee فَأَنتَ عَنۡهُ تَلَهَّىٰ ١٠Ati isa irraa dagatta كـَلَّآ إِنَّهَا تَذۡكِرَةٌ ١١Dhorgami! Isheen gorsa فَمَن شَآءَ ذَكَرَهُۥ ١٢Nama fedhetu isa (Qur'aana) yaadata فِي صُحُفٍ مُّكَرَّمَةٍ ١٣Galmeewwan kabajamtuu keessa jira مَّرۡفُوعَةٍ مُّطَهَّرَةِۭ ١٤Ol fuudhamtuu, qulqulleeffamtuu (keessa jira) بِأَيۡدِي سَفَرَةٍ ١٥Harka barressitootaa (maleykotaa) jira كِرَامِۭ بَرَرَةٍ ١٦Kabajamoo, ajajamtoota (harka jira) قُتِلَ ٱلۡإِنسَٰنُ مَآ أَكۡفَرَهُۥ ١٧Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise مِنۡ أَيِّ شَيۡءٍ خَلَقَهُۥ ١٨(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu) مِن نُّطۡفَةٍ خَلَقَهُۥ فَقَدَّرَهُۥ ١٩Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse ثُمَّ ٱلسَّبِيلَ يَسَّرَهُۥ ٢٠Ergasii karaa (inni ittiin dhalatu) isaaf laaffise ثُمَّ أَمَاتَهُۥ فَأَقۡبَرَهُۥ ٢١Ergasii isa ajjeeseti isa awwaalchise ثُمَّ إِذَا شَآءَ أَنشَرَهُۥ ٢٢Ergasii yeroo fedhe isa kaasa كـَلَّا لَمَّا يَقۡضِ مَآ أَمَرَهُۥ ٢٣Dhugumatti, (namni) waan Rabbiin isa ajaje ammallee hin raawwanne فَلۡيَنظُرِ ٱلۡإِنسَٰنُ إِلَىٰ طَعَامِهِۦٓ ٢٤Namni gara nyaata isaa haa ilaalu أَنَّا صَبَبۡنَا ٱلۡمَآءَ صَبًّا ٢٥Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne ثُمَّ شَقَقۡنَا ٱلۡأَرۡضَ شَقًّا ٢٦Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne فَأَنۢبَتۡنَا فِيهَا حَبًّا ٢٧Achumaan Ishee keessatti firii magarsine وَعِنَبًا وَقَضۡبًا ٢٨Inabaafi margas وَزَيۡتُونًا وَنَخۡلًا ٢٩Zeytunaafi muka timiraas وَحَدَآئِقَ غُلۡبًا ٣٠Ashaakiltiilee muka baay’atanis وَفَٰكِهَةً وَأَبًّا ٣١Fuduraafi kaloo [akka nuti uumne haa ilaalu] مَّتَٰعًا لَّكُمۡ وَلِأَنۡعَٰمِكُمۡ ٣٢Isiniifi beylada keessanis qanansiisuuf فَإِذَا جَآءَتِ ٱلصَّآخَّةُ ٣٣Yeroo gurra duuchituun (Qiyaamaan)dhufte يَوۡمَ يَفِرُّ ٱلۡمَرۡءُ مِنۡ أَخِيهِ ٣٤Guyyaa namni obboleessa isaa irraa dheessu وَأُمِّهِۦ وَأَبِيهِ ٣٥Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas وَصَٰحِبَتِهِۦ وَبَنِيهِ ٣٦Niitii isaatiifi ijoollee isaa irraas (baqatu san dhufti) لِكُلِّ ٱمۡرِيٍٕ مِّنۡهُمۡ يَوۡمَئِذٍ شَأۡنٌ يُغۡنِيهِ ٣٧Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu jira وُجُوهٌ يَوۡمَئِذٍ مُّسۡفِرَةٌ ٣٨Fuulli gariin guyyaa san ni ifti ضَاحِكَةٌ مُّسۡتَبۡشِرَةٌ ٣٩Kolfituu, gammadduudha وَوُجُوهٌ يَوۡمَئِذٍ عَلَيۡهَا غَبَرَةٌ ٤٠Fuulli gariin immoo guyyaa san dhukkeetu (quttootu) irra jira تَرۡهَقُهَا قَتَرَةٌ ٤١Gurraachinni ishee haguuga أُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡكَفَرَةُ ٱلۡفَجَرَةُ ٤٢Isaan sun warra Rabbitti kafaranii, balleessa hojjataniidha

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.