ملة الإسلام

السورة 81 · 29 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة التكوير باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة التكوير (1,316 قارئاً)
مكيةسورة التكوير٢٩ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ ١Yeroo aduun maramte وَإِذَا ٱلنُّجُومُ ٱنكَدَرَتۡ ٢Yeroo urjiin harcaate وَإِذَا ٱلۡجِبَالُ سُيِّرَتۡ ٣Yeroo gaarreen bakkaa oofamte وَإِذَا ٱلۡعِشَارُ عُطِّلَتۡ ٤Yeroo gaalli rimaan baatii kudhanii dhiifamte (tiksitee malee hafte) وَإِذَا ٱلۡوُحُوشُ حُشِرَتۡ ٥Yeroo bineensonni bosonaa walitti qabamte وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ سُجِّرَتۡ ٦Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti boba'an) وَإِذَا ٱلنُّفُوسُ زُوِّجَتۡ ٧Yeroo lubbuun hundi qindeeffamte وَإِذَا ٱلۡمَوۡءُۥدَةُ سُئِلَتۡ ٨Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte بِأَيِّ ذَنۢبٍ قُتِلَتۡ ٩Balleessa kamiif akka ajjeefamte وَإِذَا ٱلصُّحُفُ نُشِرَتۡ ١٠Yeroo galmeen (hojii) raabsamte وَإِذَا ٱلسَّمَآءُ كُشِطَتۡ ١١Yeroo samiin buqqifamtee maramte وَإِذَا ٱلۡجَحِيمُ سُعِّرَتۡ ١٢Yeroo ibiddi qabsiifamte وَإِذَا ٱلۡجَنَّةُ أُزۡلِفَتۡ ١٣Yeroo jannanni dhiheeffamte عَلِمَتۡ نَفۡسٌ مَّآ أَحۡضَرَتۡ ١٤Lubbuun waan dalagatte beekteetti فَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلۡخُنَّسِ ١٥(Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mul'ataniinin kakadha ٱلۡجَوَارِ ٱلۡكُنَّسِ ١٦(Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha) وَٱلَّيۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ ١٧Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha) وَٱلصُّبۡحِ إِذَا تَنَفَّسَ ١٨Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha) إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ ١٩Dhugumatti, inni (Qur'aanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي ٱلۡعَرۡشِ مَكِينٍ ٢٠(Ergamaa) abbaa humnaa ta'e, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ ٢١Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan ta'e وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجۡنُونٍ ٢٢Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti وَلَقَدۡ رَءَاهُ بِٱلۡأُفُقِ ٱلۡمُبِينِ ٢٣Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira وَمَا هُوَ عَلَى ٱلۡغَيۡبِ بِضَنِينٍ ٢٤Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti don'aa miti (hin dhoksu) وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَيۡطَٰنٍ رَّجِيمٍ ٢٥Innis (Qur'aanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti فَأَيۡنَ تَذۡهَبُونَ ٢٦Mee eessuma deemtu إِنۡ هُوَ إِلَّا ذِكۡرٌ لِّلۡعَٰلَمِينَ ٢٧Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَسۡتَقِيمَ ٢٨Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa ta'a) وَمَا تَشَآءُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُ رَبُّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ٢٩Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.