ملة الإسلام

السورة 93 · 11 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة الضحى باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة الضحى (1,350 قارئاً)
مكيةسورة الضحى١١ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلضُّحَىٰ ١Waareenin (kakadha) وَٱلَّيۡلِ إِذَا سَجَىٰ ٢Halkaniinis yeroo inni callise مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ ٣Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines وَلَلۡأٓخِرَةُ خَيۡرٌ لَّكَ مِنَ ٱلۡأُولَىٰ ٤Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala وَلَسَوۡفَ يُعۡطِيكَ رَبُّكَ فَتَرۡضَىٰٓ ٥Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas أَلَمۡ يَجِدۡكَ يَتِيمًا فَـَٔاوَىٰ ٦Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee وَوَجَدَكَ ضَآلًّا فَهَدَىٰ ٧Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche وَوَجَدَكَ عَآئِلًا فَأَغۡنَىٰ ٨Hiyyeessas taatee si argee si duroomse فَأَمَّا ٱلۡيَتِيمَ فَلَا تَقۡهَرۡ ٩Yatiima hin hacuucin وَأَمَّا ٱلسَّآئِلَ فَلَا تَنۡهَرۡ ١٠Kadhataas hin ifatin وَأَمَّا بِنِعۡمَةِ رَبِّكَ فَحَدِّثۡ ١١Ni'imaa (qananii) Gooftaa keetiis odeessi

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.