ملة الإسلام

السورة 96 · 19 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة العلق باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة العلق (1,283 قارئاً)
مكيةسورة العلق١٩ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ ١Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِنۡ عَلَقٍ ٢(Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume ٱقۡرَأۡ وَرَبُّكَ ٱلۡأَكۡرَمُ ٣Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qara'i ٱلَّذِي عَلَّمَ بِٱلۡقَلَمِ ٤Isa qalamaan (barreessuu) barsiise sani عَلَّمَ ٱلۡإِنسَٰنَ مَا لَمۡ يَعۡلَمۡ ٥Nama, waan inni hin beekne barsiise كـَلَّآ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَيَطۡغَىٰٓ ٦Dhugumatti, namni daangaa dabra أَن رَّءَاهُ ٱسۡتَغۡنَىٰٓ ٧Sababa duroomuu of arguutiin إِنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلرُّجۡعَىٰٓ ٨Deebiin garuma Gooftaa keetiiti أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يَنۡهَىٰ ٩Sila isa dhorgu san argitee عَبۡدًا إِذَا صَلَّىٰٓ ١٠Gabricha yeroo inni salaatu (kan dhorgu argitee) أَرَءَيۡتَ إِن كَانَ عَلَى ٱلۡهُدَىٰٓ ١١Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi أَوۡ أَمَرَ بِٱلتَّقۡوَىٰٓ ١٢Yookiin immoo sodaa Rabbiitti yoo ajaje hoo أَرَءَيۡتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰٓ ١٣Yoo inni (Abuu Jahal) kijibsiisee irraa gara gale hoo mee naaf himi أَلَمۡ يَعۡلَم بِأَنَّ ٱللَّهَ يَرَىٰ ١٤Sila inni Rabbiin arguu hin beekuu كـَلَّا لَئِن لَّمۡ يَنتَهِ لَنَسۡفَعَۢا بِٱلنَّاصِيَةِ ١٥Haa dhorgamu; yoo inni (Abuu Jahal) dhorgamuu baate, sammuu qabna نَاصِيَةٍ كَٰذِبَةٍ خَاطِئَةٍ ١٦Sammuu sobduu, dogoggortuu taate (qabna) فَلۡيَدۡعُ نَادِيَهُۥ ١٧Garee isaa haa waammatu سَنَدۡعُ ٱلزَّبَانِيَةَ ١٨Nutis waardiyyaa keenya waammachuuf jirra كـَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب ۩ ١٩Dhorgami! Isaan hin ajajaminSujuudis gara Rabbiittis dhihaadhu

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.