ملة الإسلام

السورة 95 · 8 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة التين باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة التين (1,313 قارئاً)
مكيةسورة التين٨ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ ١Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha) وَطُورِ سِينِينَ ٢Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis وَهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٱلۡأَمِينِ ٣Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha) لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمٍ ٤Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ ٥Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونٍ ٦Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ ٧Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase) أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ ٨Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.