ملة الإسلام

السورة 90 · 20 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة البلد باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة البلد (1,326 قارئاً)
مكيةسورة البلد٢٠ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

لَآ أُقۡسِمُ بِهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ١Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha وَأَنتَ حِلُّۢ بِهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٢Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ ٣Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha) لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِي كَبَدٍ ٤Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne أَيَحۡسَبُ أَن لَّن يَقۡدِرَ عَلَيۡهِ أَحَدٌ ٥Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin danda'uu yaadaa يَقُولُ أَهۡلَكۡتُ مَالًا لُّبَدًا ٦“Qabeenya guddaan balleesse" jedha أَيَحۡسَبُ أَن لَّمۡ يَرَهُۥٓ أَحَدٌ ٧Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa أَلَمۡ نَجۡعَل لَّهُۥ عَيۡنَيۡنِ ٨Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee وَلِسَانًا وَشَفَتَيۡنِ ٩Arrabaafi hidhii lamas وَهَدَيۡنَٰهُ ٱلنَّجۡدَيۡنِ ١٠Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine فَلَا ٱقۡتَحَمَ ٱلۡعَقَبَةَ ١١Sila maaliif tulluu hin dabrine وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡعَقَبَةُ ١٢Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise فَكُّ رَقَبَةٍ ١٣(Inni) Gabra bilisoomsuudha أَوۡ إِطۡعَٰمٌ فِي يَوۡمٍ ذِي مَسۡغَبَةٍ ١٤Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha يَتِيمًا ذَا مَقۡرَبَةٍ ١٥Yatiima fira ta’an أَوۡ مِسۡكِينًا ذَا مَتۡرَبَةٍ ١٦Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege) ثُمَّ كَانَ مِنَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلصَّبۡرِ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلۡمَرۡحَمَةِ ١٧Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane أُوْلَٰٓئِكَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡمَيۡمَنَةِ ١٨Isaan sun warra mirgaati وَٱلَّذِينَ كَفَرُواْ بِـَٔايَٰتِنَا هُمۡ أَصۡحَٰبُ ٱلۡمَشۡـَٔمَةِ ١٩Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati عَلَيۡهِمۡ نَارٌ مُّؤۡصَدَةُۢ ٢٠Isaan irratti ibiddi cufamtuudha

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.