ملة الإسلام

السورة 89 · 30 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة الفجر باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة الفجر (1,345 قارئاً)
مكيةسورة الفجر٣٠ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلۡفَجۡرِ ١Bariinin[] (kakadha) وَلَيَالٍ عَشۡرٍ ٢Halkan kurnaniini وَٱلشَّفۡعِ وَٱلۡوَتۡرِ ٣Cimdiifi qarattis وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَسۡرِ ٤Halkanittis; yeroo inni deeme هَلۡ فِي ذَٰلِكَ قَسَمٌ لِّذِي حِجۡرٍ ٥Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira) أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ ٦Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee إِرَمَ ذَاتِ ٱلۡعِمَادِ ٧Iramiin warra dhedheerootti ٱلَّتِي لَمۡ يُخۡلَقۡ مِثۡلُهَا فِي ٱلۡبِلَٰدِ ٨Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san وَثَمُودَ ٱلَّذِينَ جَابُواْ ٱلصَّخۡرَ بِٱلۡوَادِ ٩Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan) وَفِرۡعَوۡنَ ذِي ٱلۡأَوۡتَادِ ١٠Fir'awniinis abbaa shikaalaatti ٱلَّذِينَ طَغَوۡاْ فِي ٱلۡبِلَٰدِ ١١Isaan biyyoota keessatti daangaa dabran فَأَكۡثَرُواْ فِيهَا ٱلۡفَسَادَ ١٢Kan ishee keessatti badii baay'isan فَصَبَّ عَلَيۡهِمۡ رَبُّكَ سَوۡطَ عَذَابٍ ١٣Gooftaan kee akaakuu adabbii isaan irratti buuse إِنَّ رَبَّكَ لَبِٱلۡمِرۡصَادِ ١٤Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha) فَأَمَّا ٱلۡإِنسَٰنُ إِذَا مَا ٱبۡتَلَىٰهُ رَبُّهُۥ فَأَكۡرَمَهُۥ وَنَعَّمَهُۥ فَيَقُولُ رَبِّيٓ أَكۡرَمَنِ ١٥Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha وَأَمَّآ إِذَا مَا ٱبۡتَلَىٰهُ فَقَدَرَ عَلَيۡهِ رِزۡقَهُۥ فَيَقُولُ رَبِّيٓ أَهَٰنَنِ ١٦Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha كـَلَّاۖ بَل لَّا تُكۡرِمُونَ ٱلۡيَتِيمَ ١٧Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan وَلَا تَحَٰٓضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ ١٨Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan وَتَأۡكُلُونَ ٱلتُّرَاثَ أَكۡلًا لَّمًّا ١٩Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu وَتُحِبُّونَ ٱلۡمَالَ حُبًّا جَمًّا ٢٠Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu كـَلَّآۖ إِذَا دُكَّتِ ٱلۡأَرۡضُ دَكًّا دَكًّا ٢١Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte وَجَآءَ رَبُّكَ وَٱلۡمَلَكُ صَفًّا صَفًّا ٢٢(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan] وَجِاْيٓءَ يَوۡمَئِذِۭ بِجَهَنَّمَۚ يَوۡمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ ٱلۡإِنسَٰنُ وَأَنَّىٰ لَهُ ٱلذِّكۡرَىٰ ٢٣Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree يَقُولُ يَٰلَيۡتَنِي قَدَّمۡتُ لِحَيَاتِي ٢٤Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa فَيَوۡمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُۥٓ أَحَدٌ ٢٥Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُۥٓ أَحَدٌ ٢٦Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu يَٰٓأَيَّتُهَا ٱلنَّفۡسُ ٱلۡمُطۡمَئِنَّةُ ٢٧“Yaa lubbuu tasgabbooftuu ٱرۡجِعِيٓ إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرۡضِيَّةً ٢٨Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebi'i فَٱدۡخُلِي فِي عِبَٰدِي ٢٩Gabroota kiyya keessas seeni وَٱدۡخُلِي جَنَّتِي ٣٠Jannata kiyyas seeni” (jedhamti)

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.