بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
وَيۡلٌ لِّلۡمُطَفِّفِينَ ١Warra (safara) hir’isuuf badiin haa ta’u ٱلَّذِينَ إِذَا ٱكۡتَالُواْ عَلَى ٱلنَّاسِ يَسۡتَوۡفُونَ ٢Isaan yeroo namoota irraa safaratan guuchisiifatan وَإِذَا كَالُوهُمۡ أَو وَّزَنُوهُمۡ يُخۡسِرُونَ ٣Yeroo namootaaf safaran yookiin madaalan immoo hir’isan أَلَا يَظُنُّ أُوْلَٰٓئِكَ أَنَّهُم مَّبۡعُوثُونَ ٤Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii لِيَوۡمٍ عَظِيمٍ ٥Guyyaa guddaadhaaf يَوۡمَ يَقُومُ ٱلنَّاسُ لِرَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ٦Guyyaa namni Gooftaa aalamaatiif dhaabbatu كـَلَّآ إِنَّ كِتَٰبَ ٱلۡفُجَّارِ لَفِي سِجِّينٍ ٧Dhugumatti, galmeen badii hojjattootaa Sijjiin keessa ta'a وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا سِجِّينٌ ٨Sijjiin" maal akka ta'e maaltu si beeksise كِتَٰبٌ مَّرۡقُومٌ ٩Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama) وَيۡلٌ يَوۡمَئِذٍ لِّلۡمُكَذِّبِينَ ١٠Kijibsiiftotaaf Guyyaa san badiin mirkanaa’e ٱلَّذِينَ يُكَذِّبُونَ بِيَوۡمِ ٱلدِّينِ ١١Isaan guyyaa murtii sobsiisaniif وَمَا يُكَذِّبُ بِهِۦٓ إِلَّا كُلُّ مُعۡتَدٍ أَثِيمٍ ١٢Daangaa darbitoota dilaawoo cufa ta’e malee namni isa kijibsiisu hin jiru إِذَا تُتۡلَىٰ عَلَيۡهِ ءَايَٰتُنَا قَالَ أَسَٰطِيرُ ٱلۡأَوَّلِينَ ١٣Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qara'amte"ogbarruu warra duriiti" jedha كـَلَّاۖ بَلۡۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُواْ يَكۡسِبُونَ ١٤Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge كـَلَّآ إِنَّهُمۡ عَن رَّبِّهِمۡ يَوۡمَئِذٍ لَّمَحۡجُوبُونَ ١٥Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha ثُمَّ إِنَّهُمۡ لَصَالُواْ ٱلۡجَحِيمِ ١٦Ergasii isaan ibidda galtoota ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا ٱلَّذِي كُنتُم بِهِۦ تُكَذِّبُونَ ١٧Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama كـَلَّآ إِنَّ كِتَٰبَ ٱلۡأَبۡرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ ١٨Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa ta'a وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا عِلِّيُّونَ ١٩Illiyyiin" maal akka ta'e maaltu si beeksise كِتَٰبٌ مَّرۡقُومٌ ٢٠Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame) يَشۡهَدُهُ ٱلۡمُقَرَّبُونَ ٢١Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ لَفِي نَعِيمٍ ٢٢Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِ يَنظُرُونَ ٢٣Sireewwan irra (taa'anii) ilaalu تَعۡرِفُ فِي وُجُوهِهِمۡ نَضۡرَةَ ٱلنَّعِيمِ ٢٤Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta يُسۡقَوۡنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخۡتُومٍ ٢٥Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu خِتَٰمُهُۥ مِسۡكٌۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلۡيَتَنَافَسِ ٱلۡمُتَنَٰفِسُونَ ٢٦Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman وَمِزَاجُهُۥ مِن تَسۡنِيمٍ ٢٧Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi عَيۡنًا يَشۡرَبُ بِهَا ٱلۡمُقَرَّبُونَ ٢٨(Tasniim) laga warri Rabbitti dhiheeffaman dhuganiidha إِنَّ ٱلَّذِينَ أَجۡرَمُواْ كَانُواْ مِنَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ يَضۡحَكُونَ ٢٩Dhugumatti, isaan dilaawan isaan amananitti kolfaa turan وَإِذَا مَرُّواْ بِهِمۡ يَتَغَامَزُونَ ٣٠Yeroo isaan bira dabran wal akeeku وَإِذَا ٱنقَلَبُوٓاْ إِلَىٰٓ أَهۡلِهِمُ ٱنقَلَبُواْ فَكِهِينَ ٣١Yeroo gara maatii isaanii deebi'anis gammadaa deebi’u وَإِذَا رَأَوۡهُمۡ قَالُوٓاْ إِنَّ هَٰٓؤُلَآءِ لَضَآلُّونَ ٣٢Yeroo isaan arganis "dhugumatti, isaan kun jallattoota" jedhu وَمَآ أُرۡسِلُواْ عَلَيۡهِمۡ حَٰفِظِينَ ٣٣Haala to'attoota ta'anii isaan irratti hin ergaminiin فَٱلۡيَوۡمَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ مِنَ ٱلۡكُفَّارِ يَضۡحَكُونَ ٣٤Har’a (guyyaa kaafamiinsaa) isaan amanantu kaafirootatti kolfa عَلَى ٱلۡأَرَآئِكِ يَنظُرُونَ ٣٥Sireewwan irra (ta'anii) ilaalu هَلۡ ثُوِّبَ ٱلۡكُفَّارُ مَا كَانُواْ يَفۡعَلُونَ ٣٦Sila kaafiroonni waan dalagaa turan mindeffamaniiruu?” [jedhu]