بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتۡ ١Yeroo samiin dhodhoote وَإِذَا ٱلۡكَوَاكِبُ ٱنتَثَرَتۡ ٢Yeroo urjiiwwan harca'an وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ فُجِّرَتۡ ٣Yeroo galaanonni walitti makaman وَإِذَا ٱلۡقُبُورُ بُعۡثِرَتۡ ٤Yeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte عَلِمَتۡ نَفۡسٌ مَّا قَدَّمَتۡ وَأَخَّرَتۡ ٥(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti يَٰٓأَيُّهَا ٱلۡإِنسَٰنُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ ٱلۡكَرِيمِ ٦Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa ta'etti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse ٱلَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّىٰكَ فَعَدَلَكَ ٧Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse فِيٓ أَيِّ صُورَةٍ مَّا شَآءَ رَكَّبَكَ ٨Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse) كـَلَّا بَلۡ تُكَذِّبُونَ بِٱلدِّينِ ٩Dhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu وَإِنَّ عَلَيۡكُمۡ لَحَٰفِظِينَ ١٠Dhugumatti, isin irra to’attootatu jiru كِرَامًا كَٰتِبِينَ ١١Kabajamoo, barreessitoota kan ta’an يَعۡلَمُونَ مَا تَفۡعَلُونَ ١٢Waan isin dalagdan ni beeku إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ لَفِي نَعِيمٍ ١٣Dhugumatti, warri toltuu hojjatan qananii keessa jiraatu وَإِنَّ ٱلۡفُجَّارَ لَفِي جَحِيمٍ ١٤Warri hamtuu hojjatan immoo ibidda keessa jiraatu يَصۡلَوۡنَهَا يَوۡمَ ٱلدِّينِ ١٥Guyyaa murtii ishee seenu وَمَا هُمۡ عَنۡهَا بِغَآئِبِينَ ١٦Isaan ishee irraa hin fagaatanu وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ ١٧Sila guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise ثُمَّ مَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ ١٨Ergasii guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise يَوۡمَ لَا تَمۡلِكُ نَفۡسٌ لِّنَفۡسٍ شَيۡـًٔاۖ وَٱلۡأَمۡرُ يَوۡمَئِذٍ لِّلَّهِ ١٩(Inni) guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraatiif homaa gochuu hin dandeenyeGuyyaa san ajajni (hundi) kan Rabbiiti