ملة الإسلام

السورة 53 · 62 آية · Ghali Apapur Apaghuna

سورة النجم باللغة الأورومية

السورة بالعربية مع التفسير استمع إلى سورة النجم (1,299 قارئاً)
مكيةسورة النجم٦٢ آية

بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلنَّجۡمِ إِذَا هَوَىٰ ١Urjiin kakadhe; yeroo inni bu’u (seenu) مَا ضَلَّ صَاحِبُكُمۡ وَمَا غَوَىٰ ٢Hiriyaan keessan (Muhammad SAW) hin jallanne; hin dogoggorres وَمَا يَنطِقُ عَنِ ٱلۡهَوَىٰٓ ٣Fedha lubbuu irraas hin haasa’u إِنۡ هُوَ إِلَّا وَحۡيٌ يُوحَىٰ ٤Inni (wanti inni dubbatu) wahyii buufamu qofa عَلَّمَهُۥ شَدِيدُ ٱلۡقُوَىٰ ٥(Jibriil) kan humni isaa cimaatu isa barsiise ذُو مِرَّةٍ فَٱسۡتَوَىٰ ٦Abbaa humnaa ta’ee (bifa Rabbiin irratti isa uumeen) ol ta’e وَهُوَ بِٱلۡأُفُقِ ٱلۡأَعۡلَىٰ ٧Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e) ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّىٰ ٨Ergasii dhihaatee gadis bu’e فَكَانَ قَابَ قَوۡسَيۡنِ أَوۡ أَدۡنَىٰ ٩Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e فَأَوۡحَىٰٓ إِلَىٰ عَبۡدِهِۦ مَآ أَوۡحَىٰ ١٠Gara gabricha Isaatti (Rabbiitti) waan wahyii godhe wahyii godhe مَا كَذَبَ ٱلۡفُؤَادُ مَا رَأَىٰٓ ١١Onneen (Nabiyyii-SAW) waan arge keessatti homaa hin sobne أَفَتُمَٰرُونَهُۥ عَلَىٰ مَا يَرَىٰ ١٢Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu وَلَقَدۡ رَءَاهُ نَزۡلَةً أُخۡرَىٰ ١٣Dhugumatti yeroo biraas isa argeera عِندَ سِدۡرَةِ ٱلۡمُنتَهَىٰ ١٤Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge عِندَهَا جَنَّةُ ٱلۡمَأۡوَىٰٓ ١٥Ishee bira jannata qubsumaatu jira إِذۡ يَغۡشَى ٱلسِّدۡرَةَ مَا يَغۡشَىٰ ١٦Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge) مَا زَاغَ ٱلۡبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ ١٧Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre لَقَدۡ رَأَىٰ مِنۡ ءَايَٰتِ رَبِّهِ ٱلۡكُبۡرَىٰٓ ١٨Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera أَفَرَءَيۡتُمُ ٱللَّٰتَ وَٱلۡعُزَّىٰ ١٩Mee (taabota) Laatiifi Uzzaa (jedhaman) naaf himaa وَمَنَوٰةَ ٱلثَّالِثَةَ ٱلۡأُخۡرَىٰٓ ٢٠Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa) أَلَكُمُ ٱلذَّكَرُ وَلَهُ ٱلۡأُنثَىٰ ٢١Sila isiniif dhiirri ta'eeti dubartiin isaaf taatee تِلۡكَ إِذًا قِسۡمَةٌ ضِيزَىٰٓ ٢٢Isheen kun oggas qooda jalloodha إِنۡ هِيَ إِلَّآ أَسۡمَآءٌ سَمَّيۡتُمُوهَآ أَنتُمۡ وَءَابَآؤُكُم مَّآ أَنزَلَ ٱللَّهُ بِهَا مِن سُلۡطَٰنٍۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا ٱلظَّنَّ وَمَا تَهۡوَى ٱلۡأَنفُسُۖ وَلَقَدۡ جَآءَهُم مِّن رَّبِّهِمُ ٱلۡهُدَىٰٓ ٢٣Isheen maqoota isiniifi abbootiin keessan odoo Rabbiin ragaa isheef hin buusin moggaaftani malee homaa mitiSe’aafi waan lubbuun isaanii feetu qofa hordofuDhugumaan qajeelfamni Rabbii isaanii irraa isaanitti dhufee jira أَمۡ لِلۡإِنسَٰنِ مَا تَمَنَّىٰ ٢٤Moo namaaf waanuma hawwetu jira فَلِلَّهِ ٱلۡأٓخِرَةُ وَٱلۡأُولَىٰ ٢٥Aakiraafi addunyaanis kan Rabbiiti ۞ وَكَم مِّن مَّلَكٍ فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ لَا تُغۡنِي شَفَٰعَتُهُمۡ شَيۡـًٔا إِلَّا مِنۢ بَعۡدِ أَن يَأۡذَنَ ٱللَّهُ لِمَن يَشَآءُ وَيَرۡضَىٰٓ ٢٦Maleeykota irraa, warra erga Rabbiin nama fedhuuf hayyamee, jaallate malee manguddummaan isaanii homaa hin fayyadne baay’eetu samii keessa jiru إِنَّ ٱلَّذِينَ لَا يُؤۡمِنُونَ بِٱلۡأٓخِرَةِ لَيُسَمُّونَ ٱلۡمَلَٰٓئِكَةَ تَسۡمِيَةَ ٱلۡأُنثَىٰ ٢٧Isaan Aakhiratti hin amanne moggaasa dubartootaa maleeykota moggaasu وَمَا لَهُم بِهِۦ مِنۡ عِلۡمٍۖ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا ٱلظَّنَّۖ وَإِنَّ ٱلظَّنَّ لَا يُغۡنِي مِنَ ٱلۡحَقِّ شَيۡـًٔا ٢٨Isa irratti beekumsa homaatuu hin qabanShakkii malee homaa hin hordofanuShakkiin immoo dhugaa irraa homaa hin duroomsu فَأَعۡرِضۡ عَن مَّن تَوَلَّىٰ عَن ذِكۡرِنَا وَلَمۡ يُرِدۡ إِلَّا ٱلۡحَيَوٰةَ ٱلدُّنۡيَا ٢٩Nama yaadannoo keenya irraa garagalee, jiruu addunyaa malee hin fedhin irraa garagali ذَٰلِكَ مَبۡلَغُهُم مِّنَ ٱلۡعِلۡمِۚ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعۡلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِۦ وَهُوَ أَعۡلَمُ بِمَنِ ٱهۡتَدَىٰ ٣٠Kun beekumsa irraa daangaa isaaniitiDhugumatti, Rabbiin kee Isumatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beekaadhaInni nama qajeeles akkaan beekaadha وَلِلَّهِ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِي ٱلۡأَرۡضِ لِيَجۡزِيَ ٱلَّذِينَ أَسَٰٓـُٔواْ بِمَا عَمِلُواْ وَيَجۡزِيَ ٱلَّذِينَ أَحۡسَنُواْ بِٱلۡحُسۡنَى ٣١Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jirus kan RabbiitiIsaan hamtuu dalagan waan isaan dalaganiin isaaniif mindeessuufi isaan toltuu hojjatanis ishee caaltuu taate isaan mindeessuuf (uume) ٱلَّذِينَ يَجۡتَنِبُونَ كَبَٰٓئِرَ ٱلۡإِثۡمِ وَٱلۡفَوَٰحِشَ إِلَّا ٱللَّمَمَۚ إِنَّ رَبَّكَ وَٰسِعُ ٱلۡمَغۡفِرَةِۚ هُوَ أَعۡلَمُ بِكُمۡ إِذۡ أَنشَأَكُم مِّنَ ٱلۡأَرۡضِ وَإِذۡ أَنتُمۡ أَجِنَّةٌ فِي بُطُونِ أُمَّهَٰتِكُمۡۖ فَلَا تُزَكُّوٓاْ أَنفُسَكُمۡۖ هُوَ أَعۡلَمُ بِمَنِ ٱتَّقَىٰٓ ٣٢Isaan sun warra dogoggora xixiqqoo malee dilii gugurdoofi sagaagalummaa irraa fagaataniidhaDhugumatti, Gooftaan kee araaramni Isaa bal’aadhaInni yeroo dachii irraa isin uumeefi yeroo isin garaa haadha keessanii keessatti ulfa taatanii jirtan akkaan isin beekaLubbuu keessan hin qulqulleessinaaInni nama (Isa) sodaatu akkaan beekaadha أَفَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي تَوَلَّىٰ ٣٣Mee isa gara gale naaf himi وَأَعۡطَىٰ قَلِيلًا وَأَكۡدَىٰٓ ٣٤Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate أَعِندَهُۥ عِلۡمُ ٱلۡغَيۡبِ فَهُوَ يَرَىٰٓ ٣٥Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee أَمۡ لَمۡ يُنَبَّأۡ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ ٣٦Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii وَإِبۡرَٰهِيمَ ٱلَّذِي وَفَّىٰٓ ٣٧Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees أَلَّا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزۡرَ أُخۡرَىٰ ٣٨(Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha وَأَن لَّيۡسَ لِلۡإِنسَٰنِ إِلَّا مَا سَعَىٰ ٣٩Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha وَأَنَّ سَعۡيَهُۥ سَوۡفَ يُرَىٰ ٤٠Hojiin isaas of duratti mul’achuuf jiraadha ثُمَّ يُجۡزَىٰهُ ٱلۡجَزَآءَ ٱلۡأَوۡفَىٰ ٤١Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ ٤٢Xumurri (waan hundaas) gara Rabbiitti ta’uudha وَأَنَّهُۥ هُوَ أَضۡحَكَ وَأَبۡكَىٰ ٤٣Inni Isumatu kofalchiise; boochises وَأَنَّهُۥ هُوَ أَمَاتَ وَأَحۡيَا ٤٤Inni Isumatu ajjeese; jiraachises وَأَنَّهُۥ خَلَقَ ٱلزَّوۡجَيۡنِ ٱلذَّكَرَ وَٱلۡأُنثَىٰ ٤٥Inni cimdii lama, kormaafi dhalaa, uume مِن نُّطۡفَةٍ إِذَا تُمۡنَىٰ ٤٦Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu وَأَنَّ عَلَيۡهِ ٱلنَّشۡأَةَ ٱلۡأُخۡرَىٰ ٤٧Uumuun boodaas Rabbuma irra jira وَأَنَّهُۥ هُوَ أَغۡنَىٰ وَأَقۡنَىٰ ٤٨Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha وَأَنَّهُۥ هُوَ رَبُّ ٱلشِّعۡرَىٰ ٤٩Inni Isumatu Gooftaa Shi’iraati وَأَنَّهُۥٓ أَهۡلَكَ عَادًا ٱلۡأُولَىٰ ٥٠Isumatu Aadii duraa balleesse وَثَمُودَاْ فَمَآ أَبۡقَىٰ ٥١(Ummata) Samuudis hin hambifne وَقَوۡمَ نُوحٍ مِّن قَبۡلُۖ إِنَّهُمۡ كَانُواْ هُمۡ أَظۡلَمَ وَأَطۡغَىٰ ٥٢Ummata Nuuhis sana dura (balleesse)Isaan isaanumatu akkaan miidhaa raawwattootaafi daangaa darbitoota turan وَٱلۡمُؤۡتَفِكَةَ أَهۡوَىٰ ٥٣Ganda gombifamtuus gadi kuffise فَغَشَّىٰهَا مَا غَشَّىٰ ٥٤Wanti haguuge ishee haguuge فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكَ تَتَمَارَىٰ ٥٥Ni’imaa Rabbii keetii irraa kamiin shakkita هَٰذَا نَذِيرٌ مِّنَ ٱلنُّذُرِ ٱلۡأُولَىٰٓ ٥٦Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha أَزِفَتِ ٱلۡأٓزِفَةُ ٥٧Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti لَيۡسَ لَهَا مِن دُونِ ٱللَّهِ كَاشِفَةٌ ٥٨Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu أَفَمِنۡ هَٰذَا ٱلۡحَدِيثِ تَعۡجَبُونَ ٥٩Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii وَتَضۡحَكُونَ وَلَا تَبۡكُونَ ٦٠Ni kolfituu! Hin boochanuu وَأَنتُمۡ سَٰمِدُونَ ٦١Haala sirbitanuun (irraa garagaltuu) فَٱسۡجُدُواْۤ لِلَّهِۤ وَٱعۡبُدُواْ ۩ ٦٢Allaah’f sujuudaa; (Isuma qofa) gabbaraa

الترجمة: Ghali Apapur Apaghuna.