بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
ٱلرَّحۡمَٰنُ ١Ar-Rahmaan عَلَّمَ ٱلۡقُرۡءَانَ ٢Qur’aana barsiise خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ ٣Nama ni uume عَلَّمَهُ ٱلۡبَيَانَ ٤Haasa’a isa barsiise ٱلشَّمۡسُ وَٱلۡقَمَرُ بِحُسۡبَانٍ ٥Aduufi jiini qixa murtaa’een deemu وَٱلنَّجۡمُ وَٱلشَّجَرُ يَسۡجُدَانِ ٦Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu وَٱلسَّمَآءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ ٱلۡمِيزَانَ ٧Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye أَلَّا تَطۡغَوۡاْ فِي ٱلۡمِيزَانِ ٨Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha وَأَقِيمُواْ ٱلۡوَزۡنَ بِٱلۡقِسۡطِ وَلَا تُخۡسِرُواْ ٱلۡمِيزَانَ ٩Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa وَٱلۡأَرۡضَ وَضَعَهَا لِلۡأَنَامِ ١٠Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye فِيهَا فَٰكِهَةٌ وَٱلنَّخۡلُ ذَاتُ ٱلۡأَكۡمَامِ ١١Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira وَٱلۡحَبُّ ذُو ٱلۡعَصۡفِ وَٱلرَّيۡحَانُ ١٢Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٣Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِن صَلۡصَٰلٍ كَٱلۡفَخَّارِ ١٤(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume وَخَلَقَ ٱلۡجَآنَّ مِن مَّارِجٍ مِّن نَّارٍ ١٥Sheyxaana immoo boba’aa ibiddaa kan aara hin qabne irraa uume فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٦Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu رَبُّ ٱلۡمَشۡرِقَيۡنِ وَرَبُّ ٱلۡمَغۡرِبَيۡنِ ١٧(Rabbiin) Gooftaa baha lamaaniifi Gooftaa dhiha lamaaniiti فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ١٨Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu مَرَجَ ٱلۡبَحۡرَيۡنِ يَلۡتَقِيَانِ ١٩Galaanota lamaan kan wal qunnaman taasisee gadi lakkise بَيۡنَهُمَا بَرۡزَخٌ لَّا يَبۡغِيَانِ ٢٠Gidduu isaanii dahootu jira; walitti hin makamanu فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢١Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu يَخۡرُجُ مِنۡهُمَا ٱللُّؤۡلُؤُ وَٱلۡمَرۡجَانُ ٢٢Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٣Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu وَلَهُ ٱلۡجَوَارِ ٱلۡمُنشَـَٔاتُ فِي ٱلۡبَحۡرِ كَٱلۡأَعۡلَٰمِ ٢٤Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٥Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu كُلُّ مَنۡ عَلَيۡهَا فَانٍ ٢٦Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama وَيَبۡقَىٰ وَجۡهُ رَبِّكَ ذُو ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ ٢٧Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٢٨Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu يَسۡـَٔلُهُۥ مَن فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ كُلَّ يَوۡمٍ هُوَ فِي شَأۡنٍ ٢٩Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٠Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu سَنَفۡرُغُ لَكُمۡ أَيُّهَ ٱلثَّقَلَانِ ٣١Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٢Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu يَٰمَعۡشَرَ ٱلۡجِنِّ وَٱلۡإِنسِ إِنِ ٱسۡتَطَعۡتُمۡ أَن تَنفُذُواْ مِنۡ أَقۡطَارِ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ فَٱنفُذُواْۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلۡطَٰنٍ ٣٣Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٤Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu يُرۡسَلُ عَلَيۡكُمَا شُوَاظٌ مِّن نَّارٍ وَنُحَاسٌ فَلَا تَنتَصِرَانِ ٣٥Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٦Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فَإِذَا ٱنشَقَّتِ ٱلسَّمَآءُ فَكَانَتۡ وَرۡدَةً كَٱلدِّهَانِ ٣٧Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٣٨Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فَيَوۡمَئِذٍ لَّا يُسۡـَٔلُ عَن ذَنۢبِهِۦٓ إِنسٌ وَلَا جَآنٌّ ٣٩Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٠Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu يُعۡرَفُ ٱلۡمُجۡرِمُونَ بِسِيمَٰهُمۡ فَيُؤۡخَذُ بِٱلنَّوَٰصِي وَٱلۡأَقۡدَامِ ٤١Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٢Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu هَٰذِهِۦ جَهَنَّمُ ٱلَّتِي يُكَذِّبُ بِهَا ٱلۡمُجۡرِمُونَ ٤٣“Kun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama) يَطُوفُونَ بَيۡنَهَا وَبَيۡنَ حَمِيمٍ ءَانٍ ٤٤Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٥Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu وَلِمَنۡ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِۦ جَنَّتَانِ ٤٦Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٧Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu ذَوَاتَآ أَفۡنَانٍ ٤٨Kan dameewwan dhedheeroo qaban فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٤٩Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِمَا عَيۡنَانِ تَجۡرِيَانِ ٥٠Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥١Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِمَا مِن كُلِّ فَٰكِهَةٍ زَوۡجَانِ ٥٢Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٣Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ فُرُشِۭ بَطَآئِنُهَا مِنۡ إِسۡتَبۡرَقٍۚ وَجَنَى ٱلۡجَنَّتَيۡنِ دَانٍ ٥٤Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’uFuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٥Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِنَّ قَٰصِرَٰتُ ٱلطَّرۡفِ لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٌ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنٌّ ٥٦Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii dhirsa isaanii irratti gabaabsan, kan san dura namniifi jinniin hin tuqintu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٧Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu كَأَنَّهُنَّ ٱلۡيَاقُوتُ وَٱلۡمَرۡجَانُ ٥٨Faayaafi burjaana fakkaatu فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٥٩Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu هَلۡ جَزَآءُ ٱلۡإِحۡسَٰنِ إِلَّا ٱلۡإِحۡسَٰنُ ٦٠Sila mindaan toltuu toltuu malee ni jiraa فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦١Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu وَمِن دُونِهِمَا جَنَّتَانِ ٦٢Isaan lamaan malees jannata lamaatu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٣Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu مُدۡهَآمَّتَانِ ٦٤Magariisa gurraacha’aadha فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٥Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِمَا عَيۡنَانِ نَضَّاخَتَانِ ٦٦Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٧Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِمَا فَٰكِهَةٌ وَنَخۡلٌ وَرُمَّانٌ ٦٨Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٦٩Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu فِيهِنَّ خَيۡرَٰتٌ حِسَانٌ ٧٠Isaan keessa gaggaarii, babbareedoo ta’antu jira فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧١Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu حُورٌ مَّقۡصُورَٰتٌ فِي ٱلۡخِيَامِ ٧٢Dubartoota manneen keessatti (dhirsa irratti) gabaabfamantu jiru فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٣Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٌ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنٌّ ٧٤Isaan dura namaafi jinniinis hin tuqne فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٥Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ رَفۡرَفٍ خُضۡرٍ وَعَبۡقَرِيٍّ حِسَانٍ ٧٦Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ٧٧Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu تَبَٰرَكَ ٱسۡمُ رَبِّكَ ذِي ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ ٧٨Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate